Seenaa Jireenyaa fi Hojii Gammadaa Urgeessaa FI Oromoo Wallaggaa (1912-2000)
Seenaa Jireenyaa fi Hojii Gammadaa Urgeessaa FI Oromoo Wallaggaa (1912-2000)

Seenaa Jireenyaa fi Hojii Gammadaa Urgeessaa FI Oromoo Wallaggaa (1912-2000)


     0     
5
4
3
2
1



International Edition


About the Book

Gammadaa Urgeessaa, Sadaasa gaafa 10 bara 1912 abbaasaanii Giraazmaachi Urgeessaa Ginnaa fi Haadha isaani giiftii Basuu Bonjaa irraa Calliya Eekkaa, Godina Wallaggaa Aanaa Gimbii keessatti dhalatan. Balambaraas Gammadaan obboloota lama, obbo Teessoo Urgeessaa fi obbo Namoo Urgeessaa qabu. Abbaan isaanii ijoollummaadhaan waan irraa du'aniif haadha isaanii giiftii Basuutu isaan guddise. Umuriin isaanii yeroo barnootaaf ga'u giiftii Basuun ilma isaanii Gammadaa barnoota ammayyaa barsiisan. Yeroo inni guddatee nama ga'aa ta'e, intala Ujjukkaa Jorgoo, Daayituu Ujjukkaa, fuusiftee ishee wajjin ijoollee durbaa lamaa fi dhiira tokko horan. Akkasumas ijoollee dhiiraa lama aadde Nagaasee Fidaa wajjin horan. Giiftii Basuun hojii bulchiisa biyyaa isatti kennitee isa gargaartee biyya bulchaa turte. Booddee giiftii Urgee wajjin wal fuudhanii ijoollee durbaa lamaa fi dhiira lama horan. Giiftii Urgeen hojii inni jalqabe keessatti qooda guddaa akka qabdu seenaan barreeffama kana keessa jiru in mullisa. B. Gammadaan kennaa dhalootaa qabu kanaa fi guddisa gaarii haadha isaa irraa argateen maal hojjechuu akka danda'e macaafa kana keessatti kan mullate keessaa hamma tokko maqaa dha'uun barbaachisaadha.

B. Gammadaan goota hojii misoomaati. Bara inni biyya bulchuu jalqabe hojiin harkaa irraanfatamee tuffatamees ture. Mi'i hojii biyya keessaa, alaas hin argamu ture. Kanaaf isa dur abbootiin ittiin jiraachaa turan haaresuuf tarkaanfii inni godhe keessaa, gordana (iron-ore) lafa keessaa baasee baqsuudhaan sibiila argamsiisee; sibiila sana irraa immoo mi'a hojii sabaaf barbaachisu hunda tolchsiise. Nama gogaa duuguu beeku qacaree mi'a gogaa irraa tolchsiise. Akkasumas nama muka soofuu beeku qacaree akka itti mana ijaaraan barsiise. Jirbii foosisee uffata garaagaraa dhoofsise. Akkaataa haaraadhaan horii horsiisuu jalqabe; akkaataa haaraadhaan gaagura (gordommoo) kanniisaaf tolche. Karaa makiinaan irra adeemu tolche; galaana irratti riqqicha hojjechiise. B. Gammadaan iddoo itti dhalate keessatti wanti inni beekumsa qabu kanaan hojjete kun dhaloota haaraadhaaf fakkeenya guddaa ta'a.
Wanta haaraa inni hojjete keessa kan biraa immoo buufata roophilaanii Calliya Eekkaatti tolchee "Missionary Aviation Fellowship (MAF)" Malakaal biyya Sudanii waamee Eekkaa akka inni buufatu godhe. Roophilaaniin kun achii ka'ee nama dhukkubsatu iddoo wallaansa argachuu danda'utti geessa, akkasumas dhimma ariitii hundumaaf gargaarsa guddaa ta'e. Kanaaf namooti qoroo B. Gammadaa keessa jiraatan akka mootiitti isa ilaalu, yeroo wal qocolan "adaraa Gammadaa" jedhu malee adaraa Hayile Silaasee hin jedhan. Nami qoroo isaa keesa jiraatu hundinuu "Gooftaa Balaabaraas" jedhaan. B. Gammadaan nama guddaa, ogeessa, jagna, nama waan guddaa biyya isaaf hojjete ta'ee otuma jiruu bara mootummaan Hayile Silaasee kufee mootummaan Dargii biyya bulchuu jalqabe qabeenyi isaa hundinuu saamamee harka qullaa Finfinneetti gale, garuu qabeenya isaa yoo saaman iiyyuu eenyummaa fi ogummaa isaa irraa fudhachuu hin dandeenye; yeroo Finfinneetti gale ulfina isaa, eenyummaa isaa fi ogummaa isaa fudhatee dhufe. Kanaaf Birbirsa Goorootti(Piyyassaa) walakkaattti "Mana bunaa Calliyaa" banatee ittiin ofdanda'ee jiraachaa ture. Egaa namni barreefama kana dubbisu eenyummaa, jiruu fi jireenya nama guddaa kanaa irraa ogummaa danuu horachuu akka danda'u ni abdanna.
B. Gammadaan bara dheeraa jiraatanii, seenaa guddaa hojjetanii bu'aa ba'ii hedduu keessa darbanii bara 2000 magaalaa Finfinnee keessatti addunyaa kana irraa boqotan. Seenaan B. Gammadaa Urgeessaa, seenaa saba Oromoo guutummaatti kan calaqqisu yoo ta'uu baatellee haala uummatni Oromoo hedduun sirna koloneefataa habashaa keessatti dabarsee fi ammas keessa jiru mul'isa. Innis lafaa fi biyya ofii irraa buqa'uu, ariyatamuu, saamamuu, hidhamuu, ajjeefamuudha. Karaa biraa immoo haqa saba oromoof dhaabachuu uummata ofiif hojjechuu fi fakkeenya gaarii ta'uudha.


Best Sellers



Product Details
  • ISBN-13: 9798388496898
  • Publisher: Amazon Digital Services LLC - Kdp
  • Binding: Paperback
  • Language: English
  • Returnable: N
  • Weight: 372 gr
  • ISBN-10: 8388496891
  • Publisher Date: 25 Jul 2023
  • Height: 216 mm
  • No of Pages: 274
  • Spine Width: 15 mm
  • Width: 140 mm


Add Photo
Add Photo

Customer Reviews

REVIEWS      0     
Click Here To Be The First to Review this Product
Seenaa Jireenyaa fi Hojii Gammadaa Urgeessaa FI Oromoo Wallaggaa (1912-2000)
Amazon Digital Services LLC - Kdp -
Seenaa Jireenyaa fi Hojii Gammadaa Urgeessaa FI Oromoo Wallaggaa (1912-2000)
Writing guidlines
We want to publish your review, so please:
  • keep your review on the product. Review's that defame author's character will be rejected.
  • Keep your review focused on the product.
  • Avoid writing about customer service. contact us instead if you have issue requiring immediate attention.
  • Refrain from mentioning competitors or the specific price you paid for the product.
  • Do not include any personally identifiable information, such as full names.

Seenaa Jireenyaa fi Hojii Gammadaa Urgeessaa FI Oromoo Wallaggaa (1912-2000)

Required fields are marked with *

Review Title*
Review
    Add Photo Add up to 6 photos
    Would you recommend this product to a friend?
    Tag this Book Read more
    Does your review contain spoilers?
    What type of reader best describes you?
    I agree to the terms & conditions
    You may receive emails regarding this submission. Any emails will include the ability to opt-out of future communications.

    CUSTOMER RATINGS AND REVIEWS AND QUESTIONS AND ANSWERS TERMS OF USE

    These Terms of Use govern your conduct associated with the Customer Ratings and Reviews and/or Questions and Answers service offered by Bookswagon (the "CRR Service").


    By submitting any content to Bookswagon, you guarantee that:
    • You are the sole author and owner of the intellectual property rights in the content;
    • All "moral rights" that you may have in such content have been voluntarily waived by you;
    • All content that you post is accurate;
    • You are at least 13 years old;
    • Use of the content you supply does not violate these Terms of Use and will not cause injury to any person or entity.
    You further agree that you may not submit any content:
    • That is known by you to be false, inaccurate or misleading;
    • That infringes any third party's copyright, patent, trademark, trade secret or other proprietary rights or rights of publicity or privacy;
    • That violates any law, statute, ordinance or regulation (including, but not limited to, those governing, consumer protection, unfair competition, anti-discrimination or false advertising);
    • That is, or may reasonably be considered to be, defamatory, libelous, hateful, racially or religiously biased or offensive, unlawfully threatening or unlawfully harassing to any individual, partnership or corporation;
    • For which you were compensated or granted any consideration by any unapproved third party;
    • That includes any information that references other websites, addresses, email addresses, contact information or phone numbers;
    • That contains any computer viruses, worms or other potentially damaging computer programs or files.
    You agree to indemnify and hold Bookswagon (and its officers, directors, agents, subsidiaries, joint ventures, employees and third-party service providers, including but not limited to Bazaarvoice, Inc.), harmless from all claims, demands, and damages (actual and consequential) of every kind and nature, known and unknown including reasonable attorneys' fees, arising out of a breach of your representations and warranties set forth above, or your violation of any law or the rights of a third party.


    For any content that you submit, you grant Bookswagon a perpetual, irrevocable, royalty-free, transferable right and license to use, copy, modify, delete in its entirety, adapt, publish, translate, create derivative works from and/or sell, transfer, and/or distribute such content and/or incorporate such content into any form, medium or technology throughout the world without compensation to you. Additionally,  Bookswagon may transfer or share any personal information that you submit with its third-party service providers, including but not limited to Bazaarvoice, Inc. in accordance with  Privacy Policy


    All content that you submit may be used at Bookswagon's sole discretion. Bookswagon reserves the right to change, condense, withhold publication, remove or delete any content on Bookswagon's website that Bookswagon deems, in its sole discretion, to violate the content guidelines or any other provision of these Terms of Use.  Bookswagon does not guarantee that you will have any recourse through Bookswagon to edit or delete any content you have submitted. Ratings and written comments are generally posted within two to four business days. However, Bookswagon reserves the right to remove or to refuse to post any submission to the extent authorized by law. You acknowledge that you, not Bookswagon, are responsible for the contents of your submission. None of the content that you submit shall be subject to any obligation of confidence on the part of Bookswagon, its agents, subsidiaries, affiliates, partners or third party service providers (including but not limited to Bazaarvoice, Inc.)and their respective directors, officers and employees.

    Accept

    New Arrivals



    Inspired by your browsing history


    Your review has been submitted!

    You've already reviewed this product!